LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 50:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Waaqni keenya ni dhufa, calluma jechuus hin dandaʼu.+

      Fuuldura isaa ibidda nyaatutu jira,+

      Obomboleettii guddaanis naannoo isaatii ni huursa.+

  • Faarfannaa 50:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Wantoota kana yommuu raawwattetti waanan calliseef,

      Akkuma kee akkan taʼe gootee yaadde.

      Amma garuu sin sirreessa,

      Wantan ittiin si himadhus nan dubbadha.+

  • Ermiyaas 16:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Jalqaba irratti, gatii guutuu balleessaa isaanii fi cubbuu isaaniitiif malu isaaniif nan deebisa;+

      Sababiin isaas, isaan fakkiiwwan lubbuu hin qabne* kan waaqolii tolfamoo isaanii warra balfamoo taʼaniitiin biyya koo xureessaniiru,

      Dhaala koos wantoota jibbisiisoo isaaniitiin guutaniiru.’”+

  • Hisqiʼel 11:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 “‘“Warra garaan isaanii wantoota balfamoo fi gochawwan jibbisiisoo isaanii irratti akka xiyyeeffatu gochuu isaanii itti fufan garuu, miidhaa daandii isaaniitiin kan kaʼe dhufu mataa isaanii irratti nan fida” jedha Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan.”’

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi