6 Maanguddoo, dargaggeessa, durba, mucaa xinnoo fi dubartoota utuu hin jedhin hunduma isaanii ajjeesaa.+ Haa taʼu malee, nama mallattoon sun irra jiru kamitti iyyuu hin dhihaatinaa.+ Iddoo qulqulluu koo irraa jalqabaa.”+ Kanaafuu, isaan jaarsolii manicha fuuldura turan irraa jalqaban.+