-
Isaayyaas 5:18, 19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Warra yakka isaanii wadaroo gowwoomsaatiin,
Cubbuu isaaniis funyoo gaariin ittiin harkifamuun harkisaniif wayyoo;
19 Warra, “Inni hojii isaa haa saffisiisu;
Akka isa arginuuf dafee haa dhufu.
-