LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 65:13, 14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Kanaafuu, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha:

      “Kunoo, tajaajiltoonni koo ni nyaatu, isin garuu ni beeloftu.+

      Kunoo, tajaajiltoonni koo ni dhugu,+ isin garuu ni dheebottu.

      Kunoo, tajaajiltoonni koo ni gammadu,+ isin garuu ni qaanoftu.+

      14 Kunoo, tajaajiltoonni koo gammachuu garaa isaaniitiin kan kaʼe ni ililchu,

      Isin garuu garaan keessan waan gaddeef ni iyyitu,

      Hafuurri keessan waan cabeef* ni gadooddu.

  • Ermiyaas 17:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Abdii Israaʼel kan taate yaa Yihowaa,

      Warri si dhiisan hundi ni qaanaʼu.

      Warri si* ganan biyyoo irratti ni barreeffamu,+

      Sababiin isaas, isaan Yihowaa isa madda bishaan jireenyaa taʼe dhiisaniiru.+

  • Ermiyaas 17:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Warri na ariʼatan haa qaanaʼan,+

      Ani akkan qaanaʼu garuu hin godhin.

      Isaan haa jeeqaman,

      Ani akkan jeeqamu garuu hin godhin.

      Guyyaa rakkinaa isaanitti fidi,+

      Isaan caccabsi, guutummaattis* isaan balleessi.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi