LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 34:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Ibiddichi halkanis taʼe guyyaa hin dhaamu;

      Aarri isaas bara baraaf ol ni baʼa.

      Ishiin dhalootaa hamma dhalootaatti barbadooftee hafti;

      Baraa hamma bara baraattis eenyu iyyuu ishii keessa hin darbu.+

  • Maatewos 25:41
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 41 “Achiis mootichi warra karaa bitaa isaa jiraniin akkana jedha: ‘Isin abaaramoo nana, ana irraa fagaadhaa!+ Gara ibidda bara baraa+ isa Diyaabilosii fi maleekota isaatiif+ qophaaʼee deemaa.

  • Maarqos 9:47, 48
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 47 Akkasumas, ijji kee yoo si gufachiise baasii gati.+ Ija lama qabaattee Gahaannamitti* gatamuu mannaa, ija tokko qabaattee Mootummaa Waaqayyootti galuu sii wayya;+ 48 Gahaannam* keessatti raammoon isaa hin duʼu, ibiddi isaas hin dhaamu.+

  • 2 Tasalonqee 1:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Isaan Gooftaa fi humna isaa isa ulfina qabeessa duraa fageeffamanii, badiisa bara baraatiin adabamu;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi