9 Kanaafuu, jawwee+ guddaan sun, jechuunis bofti+ inni jalqabaa, inni Diyaabilosii+ fi Seexana+ jedhamu, inni guutummaa lafaa dogoggorsu+ sun gad darbatame; inni gara lafaatti gad darbatame;+ maleekonni isaas isaa wajjin gad darbataman.
10 Diyaabilos inni isaan dogoggorsaa tures haroo ibiddaa fi dinyii keessatti, bakka bineensichii+ fi raajii sobduun sun jiranitti darbatame;+ isaan baraa hamma bara baraatti halkanii fi guyyaa dhiphatu.*