1 Seenaa Baraa 21:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Sana booda Seexanni* Israaʼeliin mormee kaʼuudhaan Israaʼeliin akka lakkaaʼu Daawitiin kakaase.+ Iyyoob 1:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Guyyaan ilmaan Waaqa dhugaa*+ Yihowaa dura dhaabbachuuf itti seenan ni gaʼe;+ Seexannis+ isaan gidduu ni seene.+ Zakkaariyaas 3:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Achiis maleekaan Yihowaa sun Seexanaan akkana jedhe: “Seexana nana,+ Yihowaan si haa ifatu, eeyyee, Yihowaan inni Yerusaalemiin filate+ si haa ifatu! Inni kun muka ibidda keessaa butamee baʼe mitii?” Maatewos 4:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yeroo kanatti Yesuus, “Seexana nana, na duraa deemi! ‘Waaqa kee Yihowaa* waaqeffadhu;+ isa qofaaf tajaajila qulqulluu dhiheessi’+ kan jedhu barreeffameera” isaan jedhe. Yohaannis 13:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Yihudaan daabboo cabduu sana erga fudhatee booda Seexanni isatti gale.+ Kanaafuu Yesuus, “Wanta gochaa jirtu, dafii godhi” isaan jedhe. Roomaa 16:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Waaqayyo inni nagaa kennu ofii isaatii dhiheenyatti Seexana+ miila keessan jalatti ni buruqsa. Gaarummaa guddaan Gooftaa keenya Yesuus isinii wajjin haa taʼu. 2 Tasalonqee 2:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Haa taʼu malee, inni seera mormu sun kan argamu humna Seexanaatiin+ yeroo taʼu, hojii guguddaa, mallattoowwanii fi dinqiiwwan sobaa,+
6 Guyyaan ilmaan Waaqa dhugaa*+ Yihowaa dura dhaabbachuuf itti seenan ni gaʼe;+ Seexannis+ isaan gidduu ni seene.+
2 Achiis maleekaan Yihowaa sun Seexanaan akkana jedhe: “Seexana nana,+ Yihowaan si haa ifatu, eeyyee, Yihowaan inni Yerusaalemiin filate+ si haa ifatu! Inni kun muka ibidda keessaa butamee baʼe mitii?”
10 Yeroo kanatti Yesuus, “Seexana nana, na duraa deemi! ‘Waaqa kee Yihowaa* waaqeffadhu;+ isa qofaaf tajaajila qulqulluu dhiheessi’+ kan jedhu barreeffameera” isaan jedhe.
27 Yihudaan daabboo cabduu sana erga fudhatee booda Seexanni isatti gale.+ Kanaafuu Yesuus, “Wanta gochaa jirtu, dafii godhi” isaan jedhe.
20 Waaqayyo inni nagaa kennu ofii isaatii dhiheenyatti Seexana+ miila keessan jalatti ni buruqsa. Gaarummaa guddaan Gooftaa keenya Yesuus isinii wajjin haa taʼu.
9 Haa taʼu malee, inni seera mormu sun kan argamu humna Seexanaatiin+ yeroo taʼu, hojii guguddaa, mallattoowwanii fi dinqiiwwan sobaa,+