1 Mootota 22:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Achiis Mikaayaan akkana jedhe: “Egaa, dubbii Yihowaa dhagaʼi: Ani, Yihowaan teessoo isaa irra taaʼee,+ guutummaan raayyaa samiis karaa mirga isaa fi karaa bitaa isaa isa bira dhaabbatanii+ nan arge. Faarfannaa 103:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Isin maleekonni isaa warri humna guddaa qabdan,Warri sagalee isaatiif ajajamuudhaan* dubbii isaa raawwattan hundi, Yihowaa jajadhaa.+ Daaniʼel 7:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 “Anis mulʼata halkan natti dhufe sana ilaaluu koo ittan fufe; kunoo, ilma namaa+ kan fakkaatu tokko duumessa samii wajjin ni dhufe; innis gara Isa Bara Dheeraa Jiraate+ sanaatti akka seenu isaaf ni heyyamame; isaanis isa duratti isa dhiheessan.
19 Achiis Mikaayaan akkana jedhe: “Egaa, dubbii Yihowaa dhagaʼi: Ani, Yihowaan teessoo isaa irra taaʼee,+ guutummaan raayyaa samiis karaa mirga isaa fi karaa bitaa isaa isa bira dhaabbatanii+ nan arge.
20 Isin maleekonni isaa warri humna guddaa qabdan,Warri sagalee isaatiif ajajamuudhaan* dubbii isaa raawwattan hundi, Yihowaa jajadhaa.+
13 “Anis mulʼata halkan natti dhufe sana ilaaluu koo ittan fufe; kunoo, ilma namaa+ kan fakkaatu tokko duumessa samii wajjin ni dhufe; innis gara Isa Bara Dheeraa Jiraate+ sanaatti akka seenu isaaf ni heyyamame; isaanis isa duratti isa dhiheessan.