LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 19:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Halkanuma sanattis maleekaan Yihowaa tokko gad baʼee buufata Asoorotaa keessatti namoota 185,000 ni ajjeese.+ Namoonnis ganama barii yommuu kaʼan, reeffawwan sana hundumaa ni argan.+

  • Daaniʼel 7:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Ibiddi lolaʼus isa duraa baʼee ni yaaʼa ture.+ Kumni kumaatamni isa tajaajilaa turan; kumni kudhan siʼa kuma kudhanis isa dura ni dhaabbatu turan.+ Dhaddachi+ ni jalqabe; kitaabonnis ni banaman.

  • Luqaas 1:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Maleekaan sunis deebisee akkana isaan jedhe: “Ani Gabriʼeel+ isa fuula Waaqayyoo dura dhaabbatu dha;+ si haasofsiisuu fi misiraachoo kana sitti himuufan ergame.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi