LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Daaniʼel 8:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Achiis Uulaay+ gidduutti sagaleen namaa tokko, “Gabriʼeel,+ namichi sun wanta arge sana akka hubatu godhi” yommuu jedhu nan dhagaʼe.+

  • Daaniʼel 9:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 eeyyee, utuman kadhannaa dhiheessaa jiruu, Gabriʼeel+ inni ani mulʼataan argee ture+ sun gara koo ni dhufe; ani yeroo aarsaan galgalaa itti dhihaatu kanatti baayʼee dadhabeen ture.

  • Luqaas 1:26, 27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Ishiin ulfooftee jiʼa jaʼaffaatti, Waaqayyo maleekaa isaa Gabriʼeeliin+ gara magaalaa Naazireet ishii Galiilaa keessatti argamtuutti erge; 27 kan ergames gara durba+ namicha mana Daawit keessaa taʼee fi maqaan isaa Yoseef jedhamuuf kaadhimamtetti ture; maqaan ishiis Maariyaam jedhama ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi