Luqaas 1:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Maleekaan sunis deebisee akkana isaan jedhe: “Ani Gabriʼeel+ isa fuula Waaqayyoo dura dhaabbatu dha;+ si haasofsiisuu fi misiraachoo kana sitti himuufan ergame. Luqaas 1:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Ishiin ulfooftee jiʼa jaʼaffaatti, Waaqayyo maleekaa isaa Gabriʼeeliin+ gara magaalaa Naazireet ishii Galiilaa keessatti argamtuutti erge;
19 Maleekaan sunis deebisee akkana isaan jedhe: “Ani Gabriʼeel+ isa fuula Waaqayyoo dura dhaabbatu dha;+ si haasofsiisuu fi misiraachoo kana sitti himuufan ergame.
26 Ishiin ulfooftee jiʼa jaʼaffaatti, Waaqayyo maleekaa isaa Gabriʼeeliin+ gara magaalaa Naazireet ishii Galiilaa keessatti argamtuutti erge;