Isaayyaas 7:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Egaa Yihowaan mallattoo kana isiniif ni kenna: Kunoo, shamarreen* ulfooftee ilma ni deessi;+ maqaa isaas Amaanuʼel* jettee moggaasti.+
14 Egaa Yihowaan mallattoo kana isiniif ni kenna: Kunoo, shamarreen* ulfooftee ilma ni deessi;+ maqaa isaas Amaanuʼel* jettee moggaasti.+