LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Zakkaariyaas 3:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Innis Iyyaasuu luba ol aanaa isa maleekaa Yihowaa dura dhaabbatee jiru natti argisiise;+ Seexanni immoo+ isa mormuuf karaa harka mirgaa isaatiin dhaabbatee ture.

  • Maatewos 4:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Sana booda Yesuus Diyaabilos akka isa qoruuf+ hafuurri gara lafa onaatti isa geesse.+

  • Maatewos 4:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Diyaabilosis isa qoruuf+ itti dhihaatee, “Ilma Waaqayyoo yoo taate, dhagoonni kun daabboo akka taʼan ajaji” isaan jedhe.

  • Luqaas 22:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 “Yaa Simoon, yaa Simoon, kunoo, Seexanni hunda keessan akka qamadiitti gingilchuuf gaafateera.+

  • Yohaannis 13:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Yeroo kanatti irbaata nyaachaa turan; Diyaabilosis, Yihudaa Asqorotichi+ ilmi Simoon Yesuusiin dabarsee kennuu akka yaadu godhee ture.+

  • Mulʼata 12:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Kanaafuu, jawwee+ guddaan sun, jechuunis bofti+ inni jalqabaa, inni Diyaabilosii+ fi Seexana+ jedhamu, inni guutummaa lafaa dogoggorsu+ sun gad darbatame; inni gara lafaatti gad darbatame;+ maleekonni isaas isaa wajjin gad darbataman.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi