Luqaas 10:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Yeroo kanatti Yesuus akkana isaaniin jedhe: “Seexanni akka bakakkaatti yommuu samii irraa kufu+ ani argeera. Mulʼata 12:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Jawween sun gara lafaatti akka gad darbatame+ yommuu hubatu, dubartii+ ishii ilma deesse sana irra ariʼatama geessise.
18 Yeroo kanatti Yesuus akkana isaaniin jedhe: “Seexanni akka bakakkaatti yommuu samii irraa kufu+ ani argeera.
13 Jawween sun gara lafaatti akka gad darbatame+ yommuu hubatu, dubartii+ ishii ilma deesse sana irra ariʼatama geessise.