-
Yohaannis 16:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Itti fufees waaʼee murtii, sababiin isaas, bulchaan addunyaa kanaa itti murteeffameera.+
-
-
Mulʼata 12:7-9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Samii keessatti waraanni ni kaʼe: Mikaaʼelii*+ fi maleekonni isaa jawwee sana irratti waraana banan; jawween sunii fi maleekonni isaas isaan irratti waraana banan; 8 haa taʼu malee, isaan ni moʼaman,* sana booda samii keessatti iddoon isaaniif hin argamne. 9 Kanaafuu, jawwee+ guddaan sun, jechuunis bofti+ inni jalqabaa, inni Diyaabilosii+ fi Seexana+ jedhamu, inni guutummaa lafaa dogoggorsu+ sun gad darbatame; inni gara lafaatti gad darbatame;+ maleekonni isaas isaa wajjin gad darbataman.
-