LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 4:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Sana booda Yesuus Diyaabilos akka isa qoruuf+ hafuurri gara lafa onaatti isa geesse.+

  • Yohaannis 8:44
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 44 Isin kan abbaa keessan kan Diyaabilosi, fedhii abbaa keessanii+ raawwachuu barbaaddu. Inni jalqabumaa kaasee kan nama ajjeesu ture;+ dhugaan isa keessa waan hin jirreef dhugaa keessa jabaatee hin dhaabbanne. Inni sobduu fi abbaa sobaa waan taʼeef, soba yommuu dubbatu of keessaa maddisiisee dubbata.+

  • Ibroota 2:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Kanaafuu, “ijoolleen” sun foonii fi dhiiga waan taʼaniif,* innis foonii fi dhiiga taʼe;*+ kanas kan godhe, duʼa isaatiin Diyaabilos+ isa duʼa fiduuf+ humna qabu sana balleessuuf,

  • Yaaqoob 4:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Kanaafuu, Waaqayyoof bitamaa;+ Diyaabilosiin garuu mormaa,+ innis isin irraa ni baqata.+

  • 1 Pheexiros 5:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Dandeettii hubannaa keessanii eeggadhaa, dammaqoo taʼaa!+ Diinni keessan Diyaabilos nama liqimsu barbaadee akka leenca barooduutti naannaʼaa jira.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi