LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 3:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Anis sii+ fi dubartittii gidduutti,+ sanyii kee+ fi sanyii ishii gidduuttis+ diinummaan+ akka jiraatu nan godha. Inni mataa kee ni buruqsa,*+ ati immoo koomee isaa ni madeessita.”*+

  • Luqaas 10:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Yeroo kanatti Yesuus akkana isaaniin jedhe: “Seexanni akka bakakkaatti yommuu samii irraa kufu+ ani argeera.

  • Yohaannis 8:44
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 44 Isin kan abbaa keessan kan Diyaabilosi, fedhii abbaa keessanii+ raawwachuu barbaaddu. Inni jalqabumaa kaasee kan nama ajjeesu ture;+ dhugaan isa keessa waan hin jirreef dhugaa keessa jabaatee hin dhaabbanne. Inni sobduu fi abbaa sobaa waan taʼeef, soba yommuu dubbatu of keessaa maddisiisee dubbata.+

  • 1 Yohaannis 3:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Diyaabilos jalqabumaa kaasee* cubbuu hojjechaa waan jiruuf,+ namni cubbuu hojjechuu amaleeffatu kan Diyaabilosi. Ilmi Waaqayyoo kaayyoo kanaatiif, jechuunis hojii Diyaabilos diiguuf* mulʼifame.+

  • Mulʼata 12:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Kanaafuu, jawwee+ guddaan sun, jechuunis bofti+ inni jalqabaa, inni Diyaabilosii+ fi Seexana+ jedhamu, inni guutummaa lafaa dogoggorsu+ sun gad darbatame; inni gara lafaatti gad darbatame;+ maleekonni isaas isaa wajjin gad darbataman.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi