LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Qorontos 4:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 misiraachoon ulfina qabeessi waaʼee Kiristoos isa fakkaattii Waaqayyoo taʼe+ sanaa dubbatu akka isaan irratti hin ibsineef,+ waaqni sirna* kanaa+ sammuu warra hin amannee jaamseera.+

  • 2 Qorontos 11:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Kun immoo nama hin dinqisiisu; sababiin isaas, Seexanni mataan isaa maleekaa ifaa fakkaachuuf of ni jijjiira.+

  • Efesoon 2:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 yeroo sanatti akka sirna* addunyaa kanaatti,+ akka bulchaa aangoo qilleensichaatti+ deddeebiʼaa turtan; kunis hafuura+ isa amma warra hin ajajamne irratti hojjechaa jiru dha.

  • 1 Yohaannis 5:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Nuti kan Waaqayyoo akka taane beekna, guutummaan addunyaa garuu humna isa hamaa sanaa* jala jira.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi