-
Uumama 3:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Achiis Yihowaan bofichaan akkana jedhe:+ “Ati kana waan gooteef, beeladoota hundumaa fi bineensota bosonaa hundumaa gidduudhaa kan abaaramte ni taata. Ati garaa keetiin ni loota; bara jireenyaa kee hundumaattis biyyoo ni nyaatta.
-
-
Yohaannis 8:44Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
44 Isin kan abbaa keessan kan Diyaabilosi, fedhii abbaa keessanii+ raawwachuu barbaaddu. Inni jalqabumaa kaasee kan nama ajjeesu ture;+ dhugaan isa keessa waan hin jirreef dhugaa keessa jabaatee hin dhaabbanne. Inni sobduu fi abbaa sobaa waan taʼeef, soba yommuu dubbatu of keessaa maddisiisee dubbata.+
-