Luqaas 10:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Yeroo kanatti Yesuus akkana isaaniin jedhe: “Seexanni akka bakakkaatti yommuu samii irraa kufu+ ani argeera. Mulʼata 12:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Kanaafuu, jawwee+ guddaan sun, jechuunis bofti+ inni jalqabaa, inni Diyaabilosii+ fi Seexana+ jedhamu, inni guutummaa lafaa dogoggorsu+ sun gad darbatame; inni gara lafaatti gad darbatame;+ maleekonni isaas isaa wajjin gad darbataman.
18 Yeroo kanatti Yesuus akkana isaaniin jedhe: “Seexanni akka bakakkaatti yommuu samii irraa kufu+ ani argeera.
9 Kanaafuu, jawwee+ guddaan sun, jechuunis bofti+ inni jalqabaa, inni Diyaabilosii+ fi Seexana+ jedhamu, inni guutummaa lafaa dogoggorsu+ sun gad darbatame; inni gara lafaatti gad darbatame;+ maleekonni isaas isaa wajjin gad darbataman.