Izraa 5:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Bara sanatti Zarubaabel+ ilmi Saalaatiʼelii fi Yeshuwaan+ ilmi Yehozaadaaq mana Waaqayyoo isa Yerusaalem keessatti argamu deebisanii ijaaruu jalqaban;+ raajonni Waaqayyoos isaanii wajjin turan; akkasumas isaan ni deggeru turan.+ Haagee 1:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Kanaafuu, Yihowaan hafuura Zarubaabel ilma Saalaatiʼel bulchaa Yihudaa,+ hafuura Iyyaasuu+ ilma Yehozaadaaq luba ol aanaa, hafuura namoota kaan hundumaas ni kakaase;+ isaanis dhufanii mana Waaqa isaanii Yihowaa Gooftaa Raayyaa ijaaruu jalqaban.+ Zakkaariyaas 6:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Meetii fi warqii fuudhiitii gonfoo* ittiin tolchi; achiis mataa Iyyaasuu+ ilma Yehozaadaaq luba ol aanaa irra kaaʼi.
2 Bara sanatti Zarubaabel+ ilmi Saalaatiʼelii fi Yeshuwaan+ ilmi Yehozaadaaq mana Waaqayyoo isa Yerusaalem keessatti argamu deebisanii ijaaruu jalqaban;+ raajonni Waaqayyoos isaanii wajjin turan; akkasumas isaan ni deggeru turan.+
14 Kanaafuu, Yihowaan hafuura Zarubaabel ilma Saalaatiʼel bulchaa Yihudaa,+ hafuura Iyyaasuu+ ilma Yehozaadaaq luba ol aanaa, hafuura namoota kaan hundumaas ni kakaase;+ isaanis dhufanii mana Waaqa isaanii Yihowaa Gooftaa Raayyaa ijaaruu jalqaban.+
11 Meetii fi warqii fuudhiitii gonfoo* ittiin tolchi; achiis mataa Iyyaasuu+ ilma Yehozaadaaq luba ol aanaa irra kaaʼi.