Isaayyaas 7:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Egaa Yihowaan mallattoo kana isiniif ni kenna: Kunoo, shamarreen* ulfooftee ilma ni deessi;+ maqaa isaas Amaanuʼel* jettee moggaasti.+ Maatewos 1:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 “Kunoo, durbi ulfooftee ilma ni deessi; maqaa isaas Amaanuʼel+ jedhanii moggaasu”; hiikni isaas, “Waaqayyo Nuu Wajjin Jira”+ jechuu dha.
14 Egaa Yihowaan mallattoo kana isiniif ni kenna: Kunoo, shamarreen* ulfooftee ilma ni deessi;+ maqaa isaas Amaanuʼel* jettee moggaasti.+
23 “Kunoo, durbi ulfooftee ilma ni deessi; maqaa isaas Amaanuʼel+ jedhanii moggaasu”; hiikni isaas, “Waaqayyo Nuu Wajjin Jira”+ jechuu dha.