11 Isin isa hiyyeessa irraa kiraa lafa qonnaa waan gaafattaniif,
Midhaan isaas akka gibiraatti waan fudhattaniif,+
Manneen dhagaa bocame irraa ijaarrattan keessa jiraachuus taʼe,+
Mukeetii wayinii filatamoo warra ofii keessanii dhaabdan irraa daadhii wayinii dhuguu keessan itti hin fuftan.+