-
Isaayyaas 9:9, 10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Guutummaan sabichaa,
Efreemii fi jiraattonni Samaariyaa
Warri of tuulummaa isaaniitiin, akkasumas garaa isaanii isa addaggee taʼeen kan kaʼe akkana jedhan isa ni hubatu:
10 “Xuubiiwwan diigamaniiru,
Nuti garuu dhagoota bocamaniin ni ijaarra.+
Mukeetiin harbuu muramaniiru,
Nuti garuu mukeetii gaattiraatiin bakka buusna.”
-