Amoos 6:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Gara Kaalneetti ceʼaatii ilaalaa. Achi irraa immoo gara Hamaat Guddittii dhaqaa,+Achiis gara Gaat ishii kan Filisxeemotaatti gad buʼaa. Isaan mootummoota* kana irra ni wayyuu? Naannoon isaanii hoo kan keessan irra balʼaa dhaa?
2 Gara Kaalneetti ceʼaatii ilaalaa. Achi irraa immoo gara Hamaat Guddittii dhaqaa,+Achiis gara Gaat ishii kan Filisxeemotaatti gad buʼaa. Isaan mootummoota* kana irra ni wayyuu? Naannoon isaanii hoo kan keessan irra balʼaa dhaa?