28 Seenaan Yeroboʼaam inni hafe, wanti inni godhe hundii fi jabinni isaa, inni akkamitti akka lole, akkasumas akkamitti Damaasqoo+ fi Hamaatiin+ Yihudaa ishii Israaʼel keessa jirtuuf akka deebise, kitaaba seenaa waaʼee bara mootota Israaʼel dubbatu keessatti barreeffameera mitii?