-
2 Mootota 17:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Mootiin Asoor guutummaa biyyattii ni weerare; gara Samaariyaa dhufees waggaa sadiif ishiitti marse.
-
-
2 Mootota 18:9, 10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Hisqiyaas Mootichi mootii taʼee waggaa arfaffaa isaatti, jechuunis Hosheʼaan+ ilmi Eelaa mootiin Israaʼel mootii taʼee waggaa torbaffaa isaatti, Shaalmaanesar mootiin Asoor gara Samaariyaa dhufee ishiitti marsuu jalqabe.+ 10 Isaanis dhuma waggaa sadaffaatti ishii ni qabatan;+ Hisqiyaas mootii taʼee waggaa jaʼaffaa isaatti, jechuunis Hosheʼaan mootiin Israaʼel mootii taʼee waggaa saglaffaa isaatti Samaariyaan ni qabamte.
-