8 Achiis Akaaz meetii fi warqii isa mana Yihowaa fi manneen qabeenyaa mana mootichaa keessa jiru fuudhee mootii Asooriif mattaʼaa erge.+ 9 Mootiin Asooris gaaffii isaa kana fudhatee gara Damaasqootti ol baʼee ishii qabate; namoota ishiis boojiʼee gara Qiiritti+ geesse; Reeziniinis ni ajjeese.+