- 
	                        
            
            Hoseʼaa 5:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
13 Efreem dhukkuba isaa yommuu argu, Yihudaanis madaa isaa yommuu argu,
Efreem gara Asoor ni dhaqe,+ mootii guddichattis ergamtoota ni ergate.
Inni garuu isin fayyisuu hin dandeenye;
Madaa keessanis fayyisuu hin dandeenye.
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            Hoseʼaa 14:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
3 Asoor nu hin oolchu.+
 
 -