-
1 Saamuʼel 13:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Saaʼol Israaʼel keessaa namoota 3,000 ni filate; isaan kana keessaa namoonni 2,000 Mikmaashii fi naannoo gaarotaa Beetel keessa Saaʼolii wajjin turan; namoonni 1,000 immoo Gibeʼaa+ ishii Biiniyaamitti argamtu keessa Yonaataanii+ wajjin turan. Namoonni hafan immoo gara dunkaana isaaniitti akka deebiʼan godhe.
-
-
1 Saamuʼel 14:31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
31 Guyyaa sanatti namoonni sun Mikmaashii jalqabee hamma Ayiloonitti+ Filisxeemota rukutaa waan oolaniif baayʼee dadhaban.
-