Hoseʼaa 5:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Gibeʼaa keessatti xurumbaa,* Raamaa keessattis malakata afuufaa!+ ‘Yaa Biiniyaam, si hordofaa jirra!’ jedhaatii Beet Aween keessatti iyya waraanaa dhageessisaa!+
8 Gibeʼaa keessatti xurumbaa,* Raamaa keessattis malakata afuufaa!+ ‘Yaa Biiniyaam, si hordofaa jirra!’ jedhaatii Beet Aween keessatti iyya waraanaa dhageessisaa!+