Isaayyaas 10:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Isaan malkaa sana ceʼaniiru;Geebaa+ keessa ni bulu;Raamaan ni hollatti, Gibeʼaan+ magaalaan Saaʼolis ni baqatte.+ Hoseʼaa 8:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 “Xurumbaa afuufi!+ Isaan kakuu koo waan cabsaniif,+ seera koo irrattis cubbuu waan hojjetaniif,+Diinni akka risaatti gara mana Yihowaatti dhufaa jira.+
29 Isaan malkaa sana ceʼaniiru;Geebaa+ keessa ni bulu;Raamaan ni hollatti, Gibeʼaan+ magaalaan Saaʼolis ni baqatte.+
8 “Xurumbaa afuufi!+ Isaan kakuu koo waan cabsaniif,+ seera koo irrattis cubbuu waan hojjetaniif,+Diinni akka risaatti gara mana Yihowaatti dhufaa jira.+