Abbootii Murtii 20:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Akka isaan ajjeesnuu fi Israaʼel keessaa wanta hamaa taʼe akka balleessinuuf,+ amma Gibeʼaa+ keessaa namoota gatii hin qabne sana dabarsaa nutti kennaa.” Biiniyaamonni garuu Israaʼelota warra obboloota isaanii taʼan dhagaʼuu didan.
13 Akka isaan ajjeesnuu fi Israaʼel keessaa wanta hamaa taʼe akka balleessinuuf,+ amma Gibeʼaa+ keessaa namoota gatii hin qabne sana dabarsaa nutti kennaa.” Biiniyaamonni garuu Israaʼelota warra obboloota isaanii taʼan dhagaʼuu didan.