- 
	                        
            
            Ermiyaas 31:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
6 Sababiin isaas, guyyaan waardiyyoonni gaarota Efreem irratti argaman,
‘Kaʼaa, gara Xiyoonitti, gara Waaqa keenya Yihowaatti ol haa baanu’ itti jedhan ni dhufa.”+
 
 -