Ermiyaas 51:62 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 62 Achiis, ‘Yaa Yihowaa, ati iddoon kun akka balleeffamu, namnis taʼe bineensi ishii keessatti akka hin hafnee fi bara baraaf ona akka taatu dubbatteetta’ jedhi.+
62 Achiis, ‘Yaa Yihowaa, ati iddoon kun akka balleeffamu, namnis taʼe bineensi ishii keessatti akka hin hafnee fi bara baraaf ona akka taatu dubbatteetta’ jedhi.+