LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 13:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Murtii Baabilon irratti dabarfamee+ fi Isaayyaas+ ilmi Amooz mulʼataan arge:

  • Isaayyaas 13:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Ishii keessa matumaa namni hin jiraatu,

      Dhaloota hundumaa keessattis bakka namoonni keessa hin jiraanne ni taati.+

      Arabni dunkaana isaa achi hin dhaabu,

      Tiksitoonnis bushaayee isaanii achitti hin boqochiisan.

  • Isaayyaas 14:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 “Ani biyya dhaddee fi naannoo caffee ishii nan godha; harataa badiisaatiinis ishii nan haxaaʼa”+ jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.

  • Ermiyaas 50:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Sababiin isaas, sabni tokko kaaba irraa ishiitti dhufeera.+

      Inni biyya ishii bakka sodaachisaa ni godha;

      Eenyu iyyuu ishii keessa hin jiraatu.

      Namnis taʼe horiin achi keessaa baqateera;

      Isaan achii deemaniiru.”

  • Ermiyaas 50:39
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 39 Kanaafuu, uumamawwan gammoojjii bineensota caraananii wajjin ni jiraatu,

      Guchiiwwanis ishii keessa ni jiraatu.+

      Ishiin kana booda matumaa bakka namni keessa jiraatu hin taatu,

      Dhaloota hundumaa keessattis bakka jireenyaa hin taatu.”+

  • Ermiyaas 51:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Wanti Yihowaan Baabilon irratti yaade,

      Jechuunis wanti inni biyyi Baabilon kan sodaachistuu fi bakka namni keessa hin jiraanne akka taatu gochuuf yaade waan raawwatamuuf,

      Lafti ni kirkirti, ni raafamtis.+

  • Ermiyaas 51:37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 Baabilonis tuullaa dhagaa,+

      Holqa sardiidotaa,+

      Wanta sodaachisaa fi wanta itti siiqsamu,

      Bakka namni keessa hin jiraannes ni taati.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi