Ermiyaas 50:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Dheekkamsa Yihowaatiin kan kaʼe, bakka namni keessa jiraatu hin taatu;+Ishiin guutummaatti ni onti.+ Namni Baabilon bira darbu kam iyyuu sodaadhaan ishii ilaala,Dhaʼicha ishii irra gaʼe hundumaatiin kan kaʼes ni siiqsa.+ Ermiyaas 50:39 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 Kanaafuu, uumamawwan gammoojjii bineensota caraananii wajjin ni jiraatu,Guchiiwwanis ishii keessa ni jiraatu.+ Ishiin kana booda matumaa bakka namni keessa jiraatu hin taatu,Dhaloota hundumaa keessattis bakka jireenyaa hin taatu.”+
13 Dheekkamsa Yihowaatiin kan kaʼe, bakka namni keessa jiraatu hin taatu;+Ishiin guutummaatti ni onti.+ Namni Baabilon bira darbu kam iyyuu sodaadhaan ishii ilaala,Dhaʼicha ishii irra gaʼe hundumaatiin kan kaʼes ni siiqsa.+
39 Kanaafuu, uumamawwan gammoojjii bineensota caraananii wajjin ni jiraatu,Guchiiwwanis ishii keessa ni jiraatu.+ Ishiin kana booda matumaa bakka namni keessa jiraatu hin taatu,Dhaloota hundumaa keessattis bakka jireenyaa hin taatu.”+