Isaayyaas 10:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Kanaafuu, Gooftaa Ol Aanaa kan taʼe Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Sabni koo warri Xiyoon keessa jiraattan, Asoorota warra akkuma Gibxiin gootetti+ uleedhaan isin reebaa fi harcummee isaanii isin irratti kaasaa turan+ hin sodaatinaa.
24 Kanaafuu, Gooftaa Ol Aanaa kan taʼe Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Sabni koo warri Xiyoon keessa jiraattan, Asoorota warra akkuma Gibxiin gootetti+ uleedhaan isin reebaa fi harcummee isaanii isin irratti kaasaa turan+ hin sodaatinaa.