LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 20:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Achiis Yoshaafaax mana Yihowaa keessa mooraa isa haaraa fuuldura gumii Yihudaa fi gumii Yerusaalem gidduu dhaabbatee 6 akkana jedhe:

      “Waaqa abbootii keenyaa kan taate yaa Yihowaa, ati samii keessatti Waaqa mitii?+ Mootummoota sabootaa hundumaa irrattis ol aantummaa qabda mitii?+ Aangoonii fi jabinni harka kee keessa jira; eenyu iyyuu si dura dhaabbachuu hin dandaʼu.+

  • Isaayyaas 43:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Kana malees, ani yeroo hundumaa isuma sana;+

      Harka koo keessaa wanta tokko illee fudhachuu kan dandaʼu hin jiru.+

      Tarkaanfii ani fudhadhu eenyutu hambisuu dandaʼa?”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi