Ermiyaas 48:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Yaa intala Diboon+ keessa jiraattu nana,Ulfina kee irraa gad buʼiitii dheebodhuu* taaʼi;Sababiin isaas, inni Moʼaabiin balleessu sun sitti dhufeera,Iddoowwan kee warra dallaa dhagaa qabanis ni diiga.+
18 Yaa intala Diboon+ keessa jiraattu nana,Ulfina kee irraa gad buʼiitii dheebodhuu* taaʼi;Sababiin isaas, inni Moʼaabiin balleessu sun sitti dhufeera,Iddoowwan kee warra dallaa dhagaa qabanis ni diiga.+