LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 21:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Kottaa xiyya isaanitti haa darbannu;

      Heshboon hamma Diboonitti+ ni balleeffamti;

      Kottaa hamma Nofaatti ishii haa onsinu;

      Ibiddi hamma Medebaatti+ ni babalʼata.”

  • Iyyaasuu 13:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Achiis Museen akka maatii maatii isaaniitti gosa Ruubenotaatiif dhaala ni kenne;

  • Iyyaasuu 13:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Heshboonii fi magaalota ishii warra lafa diriiraa irratti argaman hundumaa,+ akkasumas Diboon, Baamot Baʼaal, Beet Baʼaal Meʼoon,+

  • Isaayyaas 15:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Inni booʼuuf, gara Manichaattii* fi gara Diboonitti,+

      Gara iddoowwan ol kaʼootti ol baʼeera.

      Moʼaab Neboo+ fi Medebaadhaaf+ ni gadooddi.

      Mataan hundi haadameera,+ areedni hundis murameera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi