36 ‘Garaan koo akkuma ululleetti Moʼaabiif kan aadu kanaafi,
Garaan koo akkuma ululleetti namoota Qiir Hereesiif ni aada.+
Sababiin isaas, qabeenyi inni horate ni bada.
37 Mataan hundi molateera,+
Areedni hundis murameera.
Harki hundi mummurameera,+
Mudhii isaanii irras uffata gaddaatu jira!’”+