LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 37:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Yeroo kanatti Yaaqoob uffata isaa tarsaasee, uffata gaddaas mudhii isaatti hidhatee guyyoota hedduudhaaf ilma isaatiif booʼe.*

  • Isaayyaas 15:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Inni booʼuuf, gara Manichaattii* fi gara Diboonitti,+

      Gara iddoowwan ol kaʼootti ol baʼeera.

      Moʼaab Neboo+ fi Medebaadhaaf+ ni gadooddi.

      Mataan hundi haadameera,+ areedni hundis murameera.+

       3 Isaan daandiiwwan ishii irratti uffata gaddaa uffataniiru.

      Hundi isaanii baaxiiwwan isaanii irrattii fi addabaabayiiwwan isaanii keessatti ni gadoodu;

      Booʼaas gad ni buʼu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi