Ermiyaas 48:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 “‘Iyyi Heshboon+ irraa hamma Eleʼaaleetti+ dhagaʼamu tokko jira. Isaan hamma Yaahaazitti,+Zoʼaar irraa hamma Horonaayimitti,+ hamma Eglaat Sheliishiyaatti sagalee isaanii ol kaasanii ni iyyu. Bishaanonni Nimriim illee ni gogu.+
34 “‘Iyyi Heshboon+ irraa hamma Eleʼaaleetti+ dhagaʼamu tokko jira. Isaan hamma Yaahaazitti,+Zoʼaar irraa hamma Horonaayimitti,+ hamma Eglaat Sheliishiyaatti sagalee isaanii ol kaasanii ni iyyu. Bishaanonni Nimriim illee ni gogu.+