-
Isaayyaas 15:4-6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
Namoonni Moʼaab warri meeshaa waraanaa hidhatan iyyaa kan jiran kanaafi.
Inni* romʼaa jira.
5 Garaan koo Moʼaabiif ni booʼa.
Baqattoonni ishii hamma Zoʼaarii+ fi hamma Eglaat Sheliishiyaatti+ baqataniiru.
Isaan yommuu ol baʼan irraan gadee Luhiit irratti ni booʼu;
Balaa gaʼeen kan kaʼes daandii gara Horonaayimitti geessu irratti ni iyyu.+
6 Sababiin isaas, bishaanonni Nimriim goganiiru;
Margi lalisaan gogeera,
Margi badeera, wanti lalisaa taʼe tokko illee hin hafne.
-