-
Ermiyaas 48:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Sagaleen iyyaa, sagaleen badiisaa fi sagaleen kufaatii guddaa,
Horonaayim+ keessaa ni dhagaʼama.
-
-
Ermiyaas 48:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Isaan tabba Luhiit irra yommuu ol baʼanitti utuu wal irraa hin kutin ni booʼu.
Daandii Horonaayim irraa gad buusu irrattis namoonni badiisa sanaan kan kaʼe yommuu iyyan ni dhagaʼu.+
-