Isaayyaas 15:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Garaan koo Moʼaabiif ni booʼa. Baqattoonni ishii hamma Zoʼaarii+ fi hamma Eglaat Sheliishiyaatti+ baqataniiru. Isaan yommuu ol baʼan irraan gadee Luhiit irratti ni booʼu;Balaa gaʼeen kan kaʼes daandii gara Horonaayimitti geessu irratti ni iyyu.+ Ermiyaas 48:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 “‘Iyyi Heshboon+ irraa hamma Eleʼaaleetti+ dhagaʼamu tokko jira. Isaan hamma Yaahaazitti,+Zoʼaar irraa hamma Horonaayimitti,+ hamma Eglaat Sheliishiyaatti sagalee isaanii ol kaasanii ni iyyu. Bishaanonni Nimriim illee ni gogu.+
5 Garaan koo Moʼaabiif ni booʼa. Baqattoonni ishii hamma Zoʼaarii+ fi hamma Eglaat Sheliishiyaatti+ baqataniiru. Isaan yommuu ol baʼan irraan gadee Luhiit irratti ni booʼu;Balaa gaʼeen kan kaʼes daandii gara Horonaayimitti geessu irratti ni iyyu.+
34 “‘Iyyi Heshboon+ irraa hamma Eleʼaaleetti+ dhagaʼamu tokko jira. Isaan hamma Yaahaazitti,+Zoʼaar irraa hamma Horonaayimitti,+ hamma Eglaat Sheliishiyaatti sagalee isaanii ol kaasanii ni iyyu. Bishaanonni Nimriim illee ni gogu.+