LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 48:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 ‘Inni Yihowaa irratti waan ol of qabeef,+ isa macheessaa.+

      Moʼaab hooqqisa isaa keessa gangalata,

      Wanta itti qoosamus taʼeera.

  • Ermiyaas 48:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 “Nuti waaʼee koora Moʼaab dhageenyeerra, inni baayʼee of bokoksa,

      Waaʼee of guguddisuu isaa, waaʼee koora isaa, waaʼee of bokoksuu isaa fi garaan isaa of tuultuu taʼuu isaa dhageenyeerra.”+

  • Sefaaniyaa 2:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Waaqa Israaʼel kan taʼe Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Lubbuu koo isa jiraataa taʼeen nan kakadha,

      Moʼaab akka Sodoom,+

      Amoonis akka Gomoraa ni taʼu,+

      Iddoo doobbiin itti biqiluu fi boolla soogiddaa ni taʼu, yeroo hundumaatiifis ona ni taʼu.+

      Warri uummata koo keessaa hafan isaan ni saamu,

      Warri saba koo keessaa hafan isaan ni dhaalu.

      10 Of tuulummaa isaaniitiin kan kaʼe kun isaan irra ni gaʼa,+

      Isaan saba Yihowaa Gooftaa raayyaa arrabsaniiru, isaan irratti ol of qabaniiru.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi