LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 15:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Heshboonii fi Eleʼaaleen+ ni iyyu;

      Sagaleen isaaniis hamma Yaahaazitti+ dhagaʼama.

      Namoonni Moʼaab warri meeshaa waraanaa hidhatan iyyaa kan jiran kanaafi.

      Inni* romʼaa jira.

  • Ermiyaas 48:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 “‘Iyyi Heshboon+ irraa hamma Eleʼaaleetti+ dhagaʼamu tokko jira.

      Isaan hamma Yaahaazitti,+

      Zoʼaar irraa hamma Horonaayimitti,+ hamma Eglaat Sheliishiyaatti sagalee isaanii ol kaasanii ni iyyu.

      Bishaanonni Nimriim illee ni gogu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi