LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hoseʼaa 10:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Akkuma badiisa isa Shaalmaan mana Arbeel irratti geessiseetti,

      Akkuma guyyaa waraanaa isa haadhotiin ijoollee isaanii wajjin itti caccabsamanitti,

      Saba keessan irratti jeequmsi ni kaʼa,

      Magaalonni keessan warri dallaa dhagaa qaban hundis ni balleeffamu.+

  • Amoos 3:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Kanaafuu, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha:

      ‘Diinni biyyattiitti ni marsa,+

      Inni humna kee ni fixa,

      Masaraawwan kee warri ciccimoonis ni saamamu.’+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi